Thu. Aug 27th, 2026
Find Us

Address

Humnoonni finxaaleyyii holola maqa gurraachessii Ummata Oromoofi Mootummaa Naannichaarratti gaggeessaa jiran irraa akka of qusatan Biiroon Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa hubachiise

Humnoonni finxaaleyyii holola maqa gurraachessii Ummata Oromoofi Mootummaa Naannichaarratti gaggeessaa jiran irraa akka of qusatan Biiroon Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa hubachiise. Biirichi haala sochiiwwan misoomaafi nageenya Naannichaa ilaalchisee har’a miidiyaaleef…