Abdiisaa Aagaa
Abdiisaa Aagaa Koloneel Abdiisaa Aagaa (1919 – 1977) Oromiyaa, Wallagga kessatti dhalate. Abdiisan waraana Itoophiyaan Xaaliyaanii waliin geggessiteraati gootummaa guddaa agarsiisen ummata biratti beekkama. Koloneel Abdiisaa Aagaa Oromiyaa Dhihaa,Wallagga ,Najjotti…