Mootummaa Gandaa: Mootummaa Ummataa!
Mootummaa Gandaa: Mootummaa Ummataa! Seenaa ijaarsa biyya Itoophiyaa hammayyaa keessatti taateewwan kallattii adeemsa seenaa jijjiiran (turning points) baay’ee muraasa. Kanniin keessaa inni duraa, qabsoo farra sirna moototaa irratti taasifameen lafti…