Tue. Apr 30th, 2024

Click gochuun Google News irratti Nu hordofaa

Guyyaa har’aa irraa jalqabee caasaan humna addaa Naannolee jedhamu hin jiru – Field Marshal Birhanu Jula

Ajajaan humna waraanaa Itoophiyaa Itaamaajorshuum Field Marshal Birhanu Jula ibsa miidiyaa biyyattiitiin kennaniin guyyaa har’aa irraa kaasee caasaan humna addaa naannoo jedhamu akka hin jirre ibsa kennaniin ibsaniiru.

Gama biraatiin ajajni caasaa humna addaa naannootiin kennamu kamiyyuu akka hin jirres ibsaniiru.

Humni addaa naannoo amaaraa hidhannoo hin hiikkannu jechuun baay’een isaanii hidhannoon badanii caakkaa galaa turuun isaanii ni yaadatama.

Nu hordofaa:

Telegram: https://t.me/ethiopianstoday

Facebook: https://www.facebook.com/ethiopianstoday

Twitter: https://twitter.com/ethiopianstoday

Instagram: https://www.instagram.com/ethiopianstoday1

Pinterest: https://www.pinterest.com/ethiopianstoday

YouTube: https://www.youtube.com/channel/UCIrX01_lArhwsjDrt6dl5-w

 

Leave a Reply