Tue. Apr 30th, 2024

Click gochuun Google News irratti Nu hordofaa

Ajjeechaa Obbo Battee Urgeessaan wal qabaate namoonni shakkaman 13 to’atamu Qajeelchi poolisii Godina Shawaa Bahaa beeksise.

Ajjeechaa Obbo Battee Urgeessaan wal qabaate namoonni shakkaman 13 to’atamu Qajeelchi poolisii Godina Shawaa Bahaa beeksise.

Kallacha Oromiyaa:*Ebla 3,2016- Ajjeecha miseensa ABO Obbo Battee Urgeessaan qorachuuf gareen qorannoo hundaa’ee hojiitti galuu Hoogganaan Qajeelcha Poolisii Godina Shawaa Bahaa Gargaaraa Komishinara Taarikuu Dirbaabaa ibsaniiru

Hanga ammattis namoonni yakka kanaan shakkaman 13 to’atamuu Gargaraa Komishinaraa Taarikuun OBN’tti kan himan.

Yakki kun adeemsa qorannoo yakkaan adda baafame hanga ifoomutti hawaasni obsan akka eegatuus waamicha dhiheessaniiru.

Sirni awwaalcha Obbo Battee Urgeessaas guyyaa har’aa bakka dhaloota isaanii Magaalaa Maqiitti raawwatameera.

Maddi: Kallacha Oromiyaa

Nu hordofaa:

Telegram: https://t.me/ethiopianstoday

Facebook: https://www.facebook.com/ethiopianstoday

Twitter: https://twitter.com/ethiopianstoday

Instagram: https://www.instagram.com/ethiopianstoday1

Pinterest: https://www.pinterest.com/ethiopianstoday

YouTube: https://www.youtube.com/channel/UCIrX01_lArhwsjDrt6dl5-w

 

Leave a Reply