Atileet Komaandar Taammiraat Tolaa bakka dhaloota isaatti barattoota maatii harka qalleeyyiif deeggarsa Birrii miiliyoona 1 kenne.



Click gochuun Google News irratti Nu hordofaa 
Atileet Komaandar Taammiraat Tolaa bakka dhaloota isaa aanaa Alaltuutti har’a erga simatamee booddee dha gargaarsicha kan taasise.
Yeroo itti aanu mana barumsaa tokko ijaaruufis waadaa galeera.
Atileet Taammiraat olompikii Paaris irratti fiigicha maraatoonii rikardii fooyyessuun injifatee medaaliyaa warqee ofii fi Itoophiyaaf argamsiisuun isaa ni yaadatama.
Nu hordofaa:
Telegram: https://t.me/ethiopianstoday
Facebook: https://www.facebook.com/ethiopianstoday
Twitter: https://twitter.com/ethiopianstoday
Instagram: https://www.instagram.com/ethiopianstoday1
Pinterest: https://www.pinterest.com/ethiopianstoday
YouTube: https://www.youtube.com/channel/UCIrX01_lArhwsjDrt6dl5-w
