Shamarreen eegduu Kantiibaa Magaalaa Hawaasaatiin butamte gadhiifamteetti.

Click gochuun Google News irratti Nu hordofaa 
Torban darbe Shamarree Tsaggaa Balaachoo jedhamtu kan Eegduu kantiibaa Magaalaa Hawaasaatiin butamtee turte guyyaa Har’aa kanaa nagaadhaan Magaalaa Hawaasaa seentee jirti jedhameera.
Odeeffannoon gara Sanaa ba’e Akka mul’isutti dargageessi ishee Bute Yohaalaamaabirat Waldamariryaam garuu ammallee poolisiidhaan hordofamaa akka jiruudha.
Poolisiin Magaalaa Hawaasaa dhimma Shamarree butamteen wal qabatee shakkamtoota 6 toa’achuun isaa kan yaadatamuudha.
Madda: WALIIF TV
Nu hordofaa:
Telegram: https://t.me/ethiopianstoday
Facebook: https://www.facebook.com/ethiopianstoday
Twitter: https://twitter.com/ethiopianstoday
Instagram: https://www.instagram.com/ethiopianstoday1
Pinterest: https://www.pinterest.com/ethiopianstoday
YouTube: https://www.youtube.com/channel/UCIrX01_lArhwsjDrt6dl5-w
