Qabxiin darbiinsaa qormaata kutaa 8ffaa Magaalaa Finfinnee ifoome
Qabxiin darbiinsaa qormaata kutaa 8ffaa Magaalaa Finfinnee ifoome Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee qabxii darbiinsaa qormaata kutaa 8ffaa magaalichaa ifoomse. Haaluma kanaan qabxiin darbiinsa qormaataa kutaa 8ffaa 2016 Magaalaa Finfinnee 50…