Majliisni haaraan Islaama tokkichaan alatti maxxantoota kaan hinbeeku, ittis hin fayyadamu” -Sheek Hajii Ibraahim Tufaa
Majliisni haaraan Islaama tokkichaan alatti maxxantoota kaan hinbeeku, ittis hin fayyadamu” -Sheek Hajii Ibraahim Tufaa Qaamootni yeroo ammaa gara hoggansa Majliisaatti dhufan waggoota dheeraadhaaf warroota tokkummaa amantichaa cimsuuf dhama’aa turaniin…