Budaa Qabdi Jedhanii Dhagaadhan Reebanii Ajjeesan -Faar Solomon Adugna
Budaa Qabdi Jedhanii Dhagaadhan Reebanii Ajjeesan -Faar Solomon Adugna Manguddoo umuriin ishee du’atti dhiyaateedha. Abbaa warraaf nama irratti sodaatan kan hin qabne haadha hiyyeessaa ofii isheen joortee yoo argatte nyaattee…