Ibsa Gaddaa Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa
Bakkalcha qabsoo fi urjii dammaqiinsa siyaasaa Oromoo Obbo Galaasaa Dilboo dhabuun gadda guddaa dha! Ibsa Gaddaa Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Hangafaa fi bakkalcha qabsoo Oromoo, nama osoo ofii hin jiraatiin…