Murtoowwan Yaa’ii Tokkoffaa Paartii Badhaadhinaa
Murtoowwan Yaa’ii Tokkoffaa Paartii Badhaadhinaa Murtoo Tokko: Ijaarsa Paartii Cimaa Paartiin keenya filannoo biyyaalessaa marsaa jahaffaatiin carraa hojiifi imaanaa ummataa fudhateera. Carraa hojii argate kana milkiitti geeddaruudhaan galmoota badhaadhina dam-daneessaafi…