Liinkiin Lammiilee Ityoophiyaa Yuukreen Jiraatan Akkaataa Gara Biyyoota Ollaatti Imaluu Danda’an Deeggarsa Laatu Ifoome
Click gochuun Google News irratti Nu hordofaa 
Jarmanitti Imbaaasiin Ityoophiyaa lammiileen Ityoophiyaa Yuukreen jiraatan akkaataa gara biyyoota ollaatti imaluu danda’an liinkii deeggarsa laatu ifoomeera.
Waldhabdee Raashiyaa fi Yuukreen gidduutti uumame hordofee lammiileen Ityoophiyaa Yuukreen keessa jiraatan rakkoo tokko malee biyyoota ollaatti ce’uu akka danda’an manneen Hojii Ministeerota biyyoota kanneenii waliin qindoominaan hojjechaa turuu ibsameera.
Ministeera Alaa Yuukreen waliin dubbachuun lammiileen kunneen eessatti akka argamanii fi karaa daangaa kamii qaxxaamuruu akka danda’an Liinkiin odeeffannoo/ deeggarsa laachuu danda’u ifoomeera.
Linkiin deeggarsaaf ifoomes kan armaan gadiiti.
Nu hordofaa:
Telegram: https://t.me/ethiopianstoday
Facebook: https://www.facebook.com/ethiopianstoday
Twitter: https://twitter.com/ethiopianstoday
Instagram: https://www.instagram.com/ethiopianstoday1
Pinterest: https://www.pinterest.com/ethiopianstoday
YouTube: https://www.youtube.com/channel/UCIrX01_lArhwsjDrt6dl5-w
