KFO: Rakkoolee jiran waaraan furuuf qawween furmaata hin ta’u- Obbo Mulaatuu Gammachuu
Click gochuun Google News irratti Nu hordofaa 
Rakkoolee jiran waaraan furuuf qawween furmaata akka hin taane Ittaanaan dura taa’aa Kongireesii Federaalawaa Oromoo/KFO Obbo Mulaatuu Gammachuu ibsan
Karaan bu’aan qabsoo itti argamu karaa nagaa ta’uu fi KFOnis hundeeffamarraa kaasee Karaa nagaatiin qabsoo gaggeessaa jiraachuu ibsaniiru.
Oromiyaan yoo nagaa taate biyyi nagaa taati.nagaa buusuuf immoo qawween furmaata hin ta’u jedhan. Biyyaa fi uumataaf jecha qawwee dhisnee marii fi marabbaan karaa aadaatiin nagaa buusuun barbaachisaa akka ta’e obbo Mulaatuun dubbataniru.
Murtee mootummaan nagaa buusuuf nageenyarratti xiyyeeffatee hojjechuuf murteesse murtee sirrii ta’uu ibsaniiru.
FBC
Nu hordofaa:
Telegram: https://t.me/ethiopianstoday
Facebook: https://www.facebook.com/ethiopianstoday
Twitter: https://twitter.com/ethiopianstoday
Instagram: https://www.instagram.com/ethiopianstoday1
Pinterest: https://www.pinterest.com/ethiopianstoday
YouTube: https://www.youtube.com/channel/UCIrX01_lArhwsjDrt6dl5-w
