Oromiyaatti qormaanni kutaa 8ffaa Waxabajjii 27-29tti kennama
Biiroon Barnootaa Oromiyaa qorumsa kutaa 8ffaa Waxabajjii 27 -29 bara 2014 kennuuf qophii xumuruu ibse. Haaluma kanaan manneen barnootaa kuma sagaliifi 374 qorumsa kana kan kennan yoo ta’u, walumatti barattoonni…