Magaalaa Jimmaatti rakkoon raabsaa bishaan dhugaatii mudatee ture furamuun rabsaan bishaanii hojii jalqabe
Magaalaa Jimmaatti rakkoon raabsaa bishaan dhugaatii mudatee ture furamuun rabsaan bishaanii hojii jalqabe. Rakkoo teeknikaa rabsaa bishaaniin walqabatee uumameen guutummaa magaalaa Jimmaa irraa torbee tokkoof tajaajilli bishaan dhugaatii adda cituun…