Thu. Aug 27th, 2026

Month: February 2022

Manni Murtii Ol’aanaa Godina Buunnoo Beddellee hojjataa Mana Murtichaa gocha dallalummaa irratti bobba’uun abbaa dhimmaa irraa qarshii 48,000 fudhateera ittiin jedhe hidhaa cimaa fi adabbii maallaqaan akka adabamu itti murteessee jira

OOLMAA DHADDACHAA Manni Murtii Ol’aanaa Godina Buunnoo Beddellee hojjataa Mana Murtichaa gocha dallalummaa irratti bobba’uun abbaa dhimmaa irraa qarshii 48,000 fudhateera ittiin jedhe hidhaa cimaa fi adabbii maallaqaan akka adabamu…

Humnoonni finxaaleyyii holola maqa gurraachessii Ummata Oromoofi Mootummaa Naannichaarratti gaggeessaa jiran irraa akka of qusatan Biiroon Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa hubachiise

Humnoonni finxaaleyyii holola maqa gurraachessii Ummata Oromoofi Mootummaa Naannichaarratti gaggeessaa jiran irraa akka of qusatan Biiroon Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa hubachiise. Biirichi haala sochiiwwan misoomaafi nageenya Naannichaa ilaalchisee har’a miidiyaaleef…