Bulchiinsi magaalichaa hoggantoota 155fi ogeessota 88 irratti tarkaanfii fudhate
Bulchiinsi magaalichaa hoggantoota 155fi ogeessota 88 irratti tarkaanfii fudhate Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee hoggantoota 155fi ogeessota 88 aanaarraa jalqabee weeraraa lafaarratti hirmaatanirratti tarkaanfii seeraa fudhachuu hime. Kaantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach…