Click gochuun Google News irratti Nu hordofaa 
Bulchiinsi magaalichaa hoggantoota 155fi ogeessota 88 irratti tarkaanfii fudhate
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee hoggantoota 155fi ogeessota 88 aanaarraa jalqabee weeraraa lafaarratti hirmaatanirratti tarkaanfii seeraa fudhachuu hime.
Kaantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee raawwii hojii kan ji’oota ja’an darbanii dheengadda oggaa mana marii magaalattiif dhiyeessan akka jedhanitti, qaamolee weerara lafaarratti hirmaatanirratti tarkaanfiin fudhatameera.
Hojii to’annoofi hordoffii taasifameen bara 2013tti lafa heektaara kuma tokko deebisiisuun yoo danda’amellee, lafti hektaarri 383.3 irradeebiin weeraramuu eeranii, iddoowwan misooma magariisaaf adda bahan 252 keessaa 35 namoota dhuunfaan qabamanirattis tarkaanfiin sirreeeffamaa fudhatamuun baankii lafaafi qonnaan bultoota laficha fayyaadamaa turaniif deebi’uu ibsaniiru.
https://www.press.et/afanoromo/?p=13175
Nu hordofaa:
Telegram: https://t.me/ethiopianstoday
Facebook: https://www.facebook.com/ethiopianstoday
Twitter: https://twitter.com/ethiopianstoday
Instagram: https://www.instagram.com/ethiopianstoday1
Pinterest: https://www.pinterest.com/ethiopianstoday
YouTube: https://www.youtube.com/channel/UCIrX01_lArhwsjDrt6dl5-w
