Click gochuun Google News irratti Nu hordofaa 
Namni kamuu eeyyama malee koree tajaajila lammummaa hundeessuu hindanda’u
Namni kamuu osoo eeyyama hinfudhatiin koree tajaajila lammummaa hundeessuun hojii maallaqa walitti qabuu akka hinhojjenne dhorkamuu Abbaan Taayitaa Dhaabbata Hawaasa Sivilii beeksise.
Namootaafi gareewwan kana dura osoo eeyyama hinfudhatiin koree tajaajila lammummaa hundeessuun maallaqa walitti qabuurratti argaman eeyyama Abbaa Taayiticharraa fudhachuun gara hojmaata seeraatti seenuu akka qaban hubachiiseera.
Qaamota kana hojiirra hinoolchine qulqulleessuun tarkaanfii akka fudhatu beeksiseera.
Gaazexaa Bariisaa
Nu hordofaa:
Telegram: https://t.me/ethiopianstoday
Facebook: https://www.facebook.com/ethiopianstoday
Twitter: https://twitter.com/ethiopianstoday
Instagram: https://www.instagram.com/ethiopianstoday1
Pinterest: https://www.pinterest.com/ethiopianstoday
YouTube: https://www.youtube.com/channel/UCIrX01_lArhwsjDrt6dl5-w
