Dhimma Loogoo Jijjiirrachuu Isaanii Ilaalchisee Deebii Biiroo Barnoota Oromiyaa
Dhimma Loogoo Jijjiirrachuu Isaanii Ilaalchisee Deebii Biiroo Barnoota Oromiyaa Loogoo haaraa kana biirichi ifatti ibsuu baatulleen erga yeroo dhihootii asitti itti faayyadamaa kan jiru yoo ta’u Hogganaan Biirichaa Tolaa Bariisoo…