Odeeffannoo jibbaafi Ummata walitti buusu miidiyaalee tamsaasan hawaasni karaa toora bilbila tolaa 9192 irratti eeruu akka kennuu qabu ibsameera.
Odeeffannoo jibbaafi Ummata walitti buusu miidiyaalee tamsaasan hawaasni karaa toora bilbila tolaa 9192 irratti eeruu akka kennuu qabu ibsameera. Keessattuu karaa dhaabbilee Miidiyaa, Chaanaalii Youtube fi kanneen biroon yoo argu…