FIAS777.COM: Shakkii anamummaa fi seera qabeessummaa dhaabbatichaa
FIAS777.COM: Shakkii anamummaa fi seera qabeessummaa dhaabbatichaa Dhaabbatni fias777.com jedhamu yeroo ammaa Itoophiyaa keessatti miseensota hedduu horachuufi kanneen galii irraa argachaa jiranillee akka jiran namootni dhuunfaan miseensa ta’an ni dubbatu.…