Waldaa omisha zayitii Tokkummaa Odaa Nabee
Waldaa omisha zayitii Tokkummaa Odaa Nabee Gaazexaa BariisaaMagaalaa Duukamitti dargaggoonni waldaa omisha zayitiirratti gurmaa’an hojii keessa galuuf qophi gochaa jiru. Dargagoonni dhaabbilee barnootaa olaanaarraa eebbifaman waldaa gurmaa’uun warshaa zayitiirratti bobba’uuf…