Finfinneetti kiraa manaa dabaluun hindanda’mu – Bulch Magaalichaa
Finfinneetti kiraa manaa dabaluun hindanda’mu Dambiin kiraa manaa hanga fooyya’utti, gatii mana kiraa dabaluun akka hindanda’me Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsan. Aadde Adaanech dhimmoota wayitaawaarraatti ibsa kennanii,…