Click gochuun Google News irratti Nu hordofaa 
Odeeffannoo jibbaafi Ummata walitti buusu miidiyaalee tamsaasan hawaasni karaa toora bilbila tolaa 9192 irratti eeruu akka kennuu qabu ibsameera.
Keessattuu karaa dhaabbilee Miidiyaa, Chaanaalii Youtube fi kanneen biroon yoo argu bilbila tolaa 9192 irratti bilbiluun Abbaa Taayitaa Miidiyaaleef hawaasni eeruu akka kennu gaafatameera.
Fedhii adda addaa kanneen qaban odeeffannoo hin mirkanoofneefi soba ta’e tamsaasuun Ummata walitti buusuuf yaalii gochaa akka jiran yeroo adda addaatti ibsamaa ture.
Nu hordofaa:
Telegram: https://t.me/ethiopianstoday
Facebook: https://www.facebook.com/ethiopianstoday
Twitter: https://twitter.com/ethiopianstoday
Instagram: https://www.instagram.com/ethiopianstoday1
Pinterest: https://www.pinterest.com/ethiopianstoday
YouTube: https://www.youtube.com/channel/UCIrX01_lArhwsjDrt6dl5-w
