Komii Harkifannaa Daandii Aspaaltii Amboo-Walisoo
Komii Harkifannaa Daandii Aspaaltii Amboo-Walisoo Ijaarsi daandii Aspaaltii Amboo-Walisoo erga jalqabamee yeroo dheeraa lakkoofsisus hojiinsaa harkifachuutti mufachuu hawaasni naannawichaa ibse. Daandiin Aspaaltii Amboo-Walisoo rakkoo geejjiba hawaasa Godina Shawaa Lixaafi Shawaa…