Click gochuun Google News irratti Nu hordofaa 
Hawaasni Oromoo Gammoojjii Baalee Birmannaa Hawaasa Oromoo Bal’aa Barbaada
Hawaasni Gammoojjii Baalee birmannaa ummata Oromo barbaada. Ummanni Oromo bal’aan, mootummaan naanno mootummaan federaalaa, dhaabbileen gurguddaan Oromo ummanni bal’aan gammoojjii Baalee keessatti hoongeen rukutamee dhumaa jira. birmadhaa. Ummata keessan dhumaatii irraa baraaraa.
Nu hordofaa:
Telegram: https://t.me/ethiopianstoday
Facebook: https://www.facebook.com/ethiopianstoday
Twitter: https://twitter.com/ethiopianstoday
Instagram: https://www.instagram.com/ethiopianstoday1
Pinterest: https://www.pinterest.com/ethiopianstoday
YouTube: https://www.youtube.com/channel/UCIrX01_lArhwsjDrt6dl5-w
