Qaala’iinsa jireenyaa hir’isuuf hojjetamaa jira – Mootummaa
Qaala’iinsa jireenyaa hir’isuuf hojjetamaa jira – Mootummaa Qaala’iinsa jireenyaa hir’isuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.Tibba kana Finfinneefi Dirre Dhawaatti kan eegalame kallattiin omishtootaafi shamattoota walqunnamsiisuu naannolee hundaatti…