Click gochuun Google News irratti Nu hordofaa 
Jeneraal Baacaa Dabalee dabalatee namoonni adda addaa ambaasaaddarummaan muudaman
Gaazexaa Bariisaa
Pirezidaanti Saahilawarqi Zawudee heera keeyyata 71 keeyyata xiqqaa 3 bu’uureffachuun namoota gara garaatiif muudama ambaasaaddarummaa guutuufi ambaasaaddarummaa kennan.
Haaluma Kanaan:
- Obbo Tafarraa Darriboo
- Obbo Dassee Daalkee
- Doktar Silashii Baqqalaa
- Jeneraal Baacaaa Dabalee
- Jeneraal Hasan Ibiraahim
- Aadde Shittaayee Minaalee
- Pirofeesar Fiqaaduu Bayyanaa
- Obbo Rashaad Mahaammad
- Abaasaaddar Jamaal Bakar
- Obbo Fayisil Aliyyii
- Obbo Isaaayyaas Gootaa
- Obbo Tsaggaa’aab Kibabawu
- Obbo Xaafaa Tulluu
- Dokrar Dagginnat Tashoomaa
- Obbo Dhaabaa Dabaleefi
- Obbo Fiqaaduu Bayyanaa ambaasaaddarummaa guutuun muudamaniiru.
Akkasumas
- Obbo Asaayyee Alamaayyoo
- Obbo Hayilaayi Biraanee
- Obbo Awwal Wagris
- Aadde Buzunash Masarat
- Obbo Aantenah Taarikuu
- Obbo Akliiluu Kabbadaa
- Obbo Sayid Mohaammad
- Obbo Yooseef Kaasaayee
- Obbo Zalaalam Birihaan
- Aadde Furtuunaa Dibaakoofi
- Obbo Warqaalammaa Dastaa ambaasaaddarummaan muudamuusaanii odeeffannoon Waajjira Pirezidaantii Federaalaarraa arganne ni mul’isa.
Nu hordofaa:
Telegram: https://t.me/ethiopianstoday
Facebook: https://www.facebook.com/ethiopianstoday
Twitter: https://twitter.com/ethiopianstoday
Instagram: https://www.instagram.com/ethiopianstoday1
Pinterest: https://www.pinterest.com/ethiopianstoday
YouTube: https://www.youtube.com/channel/UCIrX01_lArhwsjDrt6dl5-w
