Baankii Daldalaa Itoophiyaa Damee Bilillee: Bakka dubartoonni qofti tajaajila itti kennan
Baankii Daldalaa Itoophiyaa Damee Bilillee: Bakka dubartoonni qofti tajaajila itti kennan Maqaa sadii qabdi ture: Ajjamee, Bilillee fi Maahabuubaa. Maqaa shamarree miidhaginaan garbummaa mo’attee, boodarra ammoo duuti ishee mo’ate kanaan…