Bosona Cillimoo Beektuu?
Bosona Cillimoo Beektuu? Bosonni Cillimoo Gaji, Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dandiitti kan argamu yoo ta’u, bosonni kun Finfinnee irraa kiiloomeetira 82 fagaata. Magaalaa Amboo irraa kiiloomeetira 41, Magaalaa Giincii irraa…
Address
Bosona Cillimoo Beektuu? Bosonni Cillimoo Gaji, Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dandiitti kan argamu yoo ta’u, bosonni kun Finfinnee irraa kiiloomeetira 82 fagaata. Magaalaa Amboo irraa kiiloomeetira 41, Magaalaa Giincii irraa…
Bulchiinsa Magaalaa Sulultaatti Meeshaleen Waraanaa Seera Alaa Magaalaa Bahardar irra gara Magaala Finfinneetti geeffama ture Sakatta’insa taasifameen to’annoo Jala Ooluu Isaa Qajeelchi Poolisii Magaalichaa Beeksise. Konkolataa Land kiroozarii lakk. gabatee…
Asxaan magaalaa Shaggar faajjii Sirna Gadaafi Odaa haammatee simboomuun agarsiistuu ibsama eenyummaa Oromooti Dirree diriirtuu sonaafi muuda Oromtichaan kan faayamte magaalaan Shaggar asxaa eenyummeessaa shoora kolbachiisuu ittiin bahattu ifoomsitee jirti.…
Hojjettoonni Tajaajila nageenya odeeffannoo biyyaalessaa 4 Mana Amala Sirreessaa akka turan ajajame Bittaa simmintoon walqabatee Birrii miiliyoona30 ol seeraan ala faayidaa dhuunfaaf oolchaaniira jedhamuu kanneen himataman hojjettoonni Tajaajilaa Nageenya Odeeffannoo…
Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa Uummata Oromoo Godinaalee Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Qe’ee fi Qabeenya Isaaniirraa Buqqa’anii Jiraniif Gargaarsa Taasise Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa (FHH) yaadannoo guyyaa dhaloota Artiist Haacaaluu Hundeessaa sababeeffachuun…
Poolisiin Gaanaa dureewwan amantaa bara haaraa ilaalchisee raajii ergaa sodaachisaa qabu akka hin dabarsine akeekkachiise. Dureewwan amantaa bara haaraa faranjootaa sababeeffachuun raajii sodaachisoo, yaadeessoo ykn du’aan walqabatu akka hin dabarsine…
Hirmaattota Ayyaana Qullubbii Gabreel irraa Hattuun Mobaayilii 5 fi qabeenya biroo hate to’atame Hanni Gufuu Qabeenyaati !!🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉🙉 Namichi qabeenya namoota adda addaa hate to’atameera. Hanni babal’atee waan jiruuf; sochiiwwan taasifnuuf…
Hiriirri mormii hundeeffama magaalaa Shaggar Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee magaalaa Sabbataa keessatti adeemsifame. Hawaasni Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee hundeefamni magaalaa Shaggar fedhii ummataa kan giddugaleefatee miti jechuun Mudde…
Rangers 3 Motherwell 0 LIVE reaction as Michael Beale continues perfect start with Ibrox cruise The Light Blues get their fourth win on the spin with a comprehensive win against…
Kutaan ciisichaa Liyooneel Mesiin Kataaritti keessa qubatee ture Muuziyeemiitti geeddaramuufi Dursaan taphattootaa Garee Biyyaalessaa Arjantiinaa Liiyooneel Adirees Meesii dheebuu waancaa addunyaa biyya isaa waggoota 36 Kataaritti erga milkeessee booda kutaan…