Hirmaattota Ayyaana Qullubbii Gabreel irraa Hattuun Mobaayilii 5 fi qabeenya biroo hate to’atame
Click gochuun Google News irratti Nu hordofaa 
Hanni Gufuu Qabeenyaati !!
ππππππππππ
Namichi qabeenya namoota adda addaa hate to’atameera.
Hanni babal’atee waan jiruuf; sochiiwwan taasifnuuf of eeggannoo haa goonu. Namichi Maqaan isaa Mikaa’el Masgabuu W/Georgis jedhamu Finfinnee irraa Ayyaana Gabreelii sababeeffaachuun gara Qulluubbii deemuun qabeenyaa namootaa hate qabame!
qabeenyan qabamees:
Moobaaylii
πSumsung-5
πInfinix -4
πMoobaaylii xiqqoo-1
πSiimkaardii firii-8 fi
πQarshii 8000
Namoota Ayyaana kabajan irraa hatuun gara Finfinneetti osoo deebi’aa jiru God/Ha/Lixaa Bul/Mag/Ciroo Sakkatta’uumsa Keellaa irratti Gaggeeffamaa jiruun Kan to’atame tahuu , It/A/Dar/Pol/Mag/Ciroo Gar/Insp Kaasahuun Baayisaa ibsanii jiru.
Nagaan hunda keenyaaf!
Odeeffannoon Wayitaawaan bakka jirtanitti akka isin dhaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa Poolisii Oromiyaa irraa yoo argachuu feetan:
Ξ Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniiπ πππππππππ!
Pπππππππ Oπππππππ poolisii Ummataa.
ππ«π¨π¦π’π π©π¨π₯π’ππ ππ¨π¦π¦π’π¬π¬π’π¨π§
Nu hordofaa:
Telegram: https://t.me/ethiopianstoday
Facebook: https://www.facebook.com/ethiopianstoday
Twitter: https://twitter.com/ethiopianstoday
Instagram: https://www.instagram.com/ethiopianstoday1
Pinterest: https://www.pinterest.com/ethiopianstoday
YouTube: https://www.youtube.com/channel/UCIrX01_lArhwsjDrt6dl5-w
Β



