Firiin Qormaata Kutaa 12ffaa Gadhiifameera
Firiin Qormaata Kutaa 12ffaa Gadhiifameera Bu’aa qormaata keessanii ilaaluun filannoowwan armaan gadii keessaa tokko filachuun ilaaluu dandeessu
Firiin Qormaata Kutaa 12ffaa Gadhiifameera Bu’aa qormaata keessanii ilaaluun filannoowwan armaan gadii keessaa tokko filachuun ilaaluu dandeessu
Sinodosiin ‘gaaffii barootaa deebise’ hundaa’e, Manni Kiristaanaa Ortodoksii ‘diigumsa’ balaaleffatte Sidosiin Bataskaana Orotodoksii haaran ‘gaaffii barootaa dheeraf turan deebisa’ jedhame hundaa’e. Kana hordofee ammoo Manni Kirsitaanaa Orotodoksii Itoophiyaa gocha seeran…
“Hojii Mootummaan Nageenya Waaraa Fiduuf Taasisu, Haawaasni Tumsuu Qaba”- Obbo Shimallis Abdiisaa, PMNO Jilli Pireezedaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Qellem Wallaggaatti kutaalee hawaasaa garaa garaa waliin…
Agarii Tulluu Agariin Tulluu qabsaawaa mirga Oromooti. Agariin bara sirna abbaa lafaa keessa cunqursaa ummata Oromoorra ga’u balaaleffachuudhan qabsoo waraanaa jalqabe. Qabsoo irra guddaa gochaa kan ture naannoo Salaaletti ture. Qabsoo kana gara naannoo biraattis baballisuuf…
Bosona Cillimoo Beektuu? Bosonni Cillimoo Gaji, Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dandiitti kan argamu yoo ta’u, bosonni kun Finfinnee irraa kiiloomeetira 82 fagaata. Magaalaa Amboo irraa kiiloomeetira 41, Magaalaa Giincii irraa…
Bulchiinsa Magaalaa Sulultaatti Meeshaleen Waraanaa Seera Alaa Magaalaa Bahardar irra gara Magaala Finfinneetti geeffama ture Sakatta’insa taasifameen to’annoo Jala Ooluu Isaa Qajeelchi Poolisii Magaalichaa Beeksise. Konkolataa Land kiroozarii lakk. gabatee…
Asxaan magaalaa Shaggar faajjii Sirna Gadaafi Odaa haammatee simboomuun agarsiistuu ibsama eenyummaa Oromooti Dirree diriirtuu sonaafi muuda Oromtichaan kan faayamte magaalaan Shaggar asxaa eenyummeessaa shoora kolbachiisuu ittiin bahattu ifoomsitee jirti.…
Hojjettoonni Tajaajila nageenya odeeffannoo biyyaalessaa 4 Mana Amala Sirreessaa akka turan ajajame Bittaa simmintoon walqabatee Birrii miiliyoona30 ol seeraan ala faayidaa dhuunfaaf oolchaaniira jedhamuu kanneen himataman hojjettoonni Tajaajilaa Nageenya Odeeffannoo…