Shawaa Bahaa Bulbulaatti boombii eebba milishaa irratti dhoheen namoonni 4 ajjeefaman
Shawaa Bahaa Bulbulaatti boombii eebba milishaa irratti dhoheen namoonni 4 ajjeefaman Milishoonni 200 ol ta’an guyyoota 20f leenjiirra turanGodina Shawaa Baahaa Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa magaalaa Bulbulaatti sagantaa eebba…