Sinoodoosii haaraan gaafa Guraandhala 5’tti hiriira deeggarsaa waamuu beeksise
Sinoodoosii haaraan gaafa Guraandhala 5’tti hiriira deeggarsaa waamuu beeksise. Imalli Sinoodoosii haaraa hanga yoonaa milkiidhaan akka raawwatamaa ture dubbii himaan Sinoodosichaa barsiisaa Haylamikaa’el Taaddasaa himaniiru. Sochiin hanga yoonaa goone gaaffiin…