“Irreechi Hora Finfinnee nagaan kabajamee xumuramuun milkii olaanaadha.” Ob. Shimallis Abdiisaa, Pirezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa
“Irreechi Hora Finfinnee nagaan kabajamee xumuramuun milkii olaanaadha.” Ob. Shimallis Abdiisaa, Pirezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Ummanni Oromoo ummata guddaa, aadaa, duudhaafi safuu isaa eeggatu waan ta’eef Irreechi mallattoo nageenyaa,…