Burkunaa Faassootti yaaliin mootummaa fonqolchuu gaggeeffamuu miidiyaan biyyattii gabaase
Burkunaa Faassootti yaaliin mootummaa fonqolchuu gaggeeffamuu miidiyaan biyyattii gabaase. Burkinaafaasootti har’a Fulbaana 30, 2022 ganama keessa dhiheenya naannawa masaraa Pirezedantiitti fi waajjira muummee waraanaa biyyattitti, dhukaasni banamuu namoonni taattee sana…