Magaalaa Jimmaa: Himatamaan yakka hannaatiin himatame hidhaa salphaa waggaa lamaafi baatii shaniin adabame
Himatamaan yakka hannaatiin himatame hidhaa salphaa waggaa lamaafi baatii shaniin adabamuun ibsame Jimmaa, Fulbaana 3/2015 (WKMJ)Bulchiinsa Magaalaa Jimmaatti himatamaan furtuu walfakkaataa hedduu qopheeffatee yakka hannaa raawwataa ture dhaaddacha guyyaa har’aa…