Hundeeffama Magaalaa Shaggar Ilaalchisee Marii Paanaalii Qophaa’e
Hundeeffama magaalaa Shaggar sababeeffachuun mariin paanalii hooteela Sharaatanitti geggeeffamaa jira. Sagantaan hundeeeffama magaalaa Shaggar wiirtuu siyaas-diinagdeefi abdii misooma uummata keenyaa kan taate sababeeffachuun guyyaa har’a bakka kabajamoo pirezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa…