Qalma harrootaa balaaleffachuuf lammileen Naayijeeriyaa hiriira bahan
Qalma harrootaa balaaleffachuuf lammileen Naayijeeriyaa hiriira bahan ammileen Naayijeeriyaa dhibbaan lakkaa’aman magaalaa guddoo biyyattii Abujaatti bahanii qalma harrootaa ‘’seeraan alaa’’ lammileen Chaayinaa Naayijeeriyaa raawwatan balaaleffatan. Namoonni hiriira bahan akka jedhanitti,…