Poolisiin Gaanaa dureewwan amantaa bara haaraa ilaalchisee raajii ergaa sodaachisaa qabu akka hin dabarsine akeekkachiise – BBC Afaan Oromoo
Poolisiin Gaanaa dureewwan amantaa bara haaraa ilaalchisee raajii ergaa sodaachisaa qabu akka hin dabarsine akeekkachiise. Dureewwan amantaa bara haaraa faranjootaa sababeeffachuun raajii sodaachisoo, yaadeessoo ykn du’aan walqabatu akka hin dabarsine…