Tsaggaa Balaachoo: Shamarreen eegduu Kantiibaa Magaalaa Hawaasaatiin butamte gadhiifamteetti
Shamarreen eegduu Kantiibaa Magaalaa Hawaasaatiin butamte gadhiifamteetti. Torban darbe Shamarree Tsaggaa Balaachoo jedhamtu kan Eegduu kantiibaa Magaalaa Hawaasaatiin butamtee turte guyyaa Har’aa kanaa nagaadhaan Magaalaa Hawaasaa seentee jirti jedhameera. Odeeffannoon…