Dargaggeessa maashina sa’aatiitti boqqolloo kuntaala 150-200 falaffalu kalaqe
Dargaggeessa maashina sa’aatiitti boqqolloo kuntaala 150-200 falaffalu kalaqe Wandimmaaganyi Caalii, dargaggeessa umrii 27 jiraataa Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Daallee Waabaraa Magaalaa Qaaqeeti. Wandimmaaganyi, konkolaataa suphaa fi konkolaachisaa kan ture amma…