Waamicha Pirezidaantiin MNO Obbo Shimallis Abdiisaa Diyaaspooraa Oromoof taasisan
Waamicha Pirezidaantiin MNO Obbo Shimallis Abdiisaa Diyaaspooraa Oromoof taasisan Waamicha Diyaaspooraa Oromootiif: Irreecha 2024’f Gara Biyya Abbaa Keessanii Koottaa! Kabajamtoota Diyaaspooraa Oromoo; Jala bultii kabaja ayyaana Irreechaa bara 2024 (ALA)…