Waggaa 30ffaan Dhaabbata Tola Ooltummaa Guddinaa Tumsaa Bitootessa 28-30 bara 2015tti kabajama
Waggaa 30ffaan Dhaabbata Tola Ooltummaa Guddinaa Tumsaa Bitootessa 28-30 bara 2015tti kabajama. Waggaa 30ffaan hundeeffama Dhaabbata Tola Ooltummaa Guddinaa Tumsaa (Guddina Tumsa Foundation-‘GTF’) Bitootessa 28-30 bara 2015tti sagantaalee gara garaatiin…