Akkaataa firiin qormaata kutaa 12ffaa bara 2015 itti ilaalamu.

Click gochuun Google News irratti Nu hordofaa
Akka ibsa Ministeera Barnootaa Itoophiyaatti firiin qormaata biyyoolessaa kutaa 12 kan bara 2015 kan ifoome yommuu ta’u, barattootni firii isaanii akkaataa armaan gadii kanaan fulbaana 29, bara 2016 ganama sa’aatii 12 irraa eegalanii ilaallachuu akka danda’an ifoomseera.
- Switch on your laptop or mobile and connect to the Internet.
- Biroowserii kee banuun website kana barreessi http://eaes.edu.et
- Lakkoofsa registration kee galchi
- Maqaa jalqabaa galchi
- Isa booda Check info kan jedhu cuqaasuun amma inni fidutti eegi.
- Akkasumas lakkoofsa registration kee bifa ergaa gabaabaatiin gara 6284tti erguun ilaallachuunis ni danda’ama.
- Akkasuma karaa Telegram Bot EAES ???????? Result bot galuun lakkoofsa rejistireeshinn kee galchuu ilaallachuu ni dandeessa
Nu hordofaa:
Telegram: https://t.me/ethiopianstoday
Facebook: https://www.facebook.com/ethiopianstoday
Twitter: https://twitter.com/ethiopianstoday
Instagram: https://www.instagram.com/ethiopianstoday1
Pinterest: https://www.pinterest.com/ethiopianstoday
YouTube: https://www.youtube.com/channel/UCIrX01_lArhwsjDrt6dl5-w