Wed. Sep 20th, 2023

Click gochuun Google News irratti Nu hordofaa

Paartiin Badhaadhinaa Yaa’ii isaa 1ffaan Pireezidaantii Paartichaa fi Ittaantota lama filate.

Bu’uuruma kanaan paartichi yaa’ii hundeeffama paartichaa 1ffaatiin

1. Dr Abiy Ahmed Ali Pireezidaantii

2. Obbo Adam Faaraa – Ittaanaa Pirezidaantii

3. Obbo Dammaqaa Mokonnon – Ittaanaa Pirezidaantii gochuun filateera.

Nu hordofaa:

Telegram: https://t.me/ethiopianstoday

Facebook: https://www.facebook.com/ethiopianstoday

Twitter: https://twitter.com/ethiopianstoday

Instagram: https://www.instagram.com/ethiopianstoday1

Pinterest: https://www.pinterest.com/ethiopianstoday

YouTube: https://www.youtube.com/channel/UCIrX01_lArhwsjDrt6dl5-w

 

Leave a Reply